John 11:46 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan keessaa gariin ammoo gara Fariisaayotaa dhaqanee waan Yesuus huje itti himane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo jari gari kae gara Farisayo d'aqe, waan Yesoni tolche iti odeese.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jarii garii ammoo ka'ee gara Fariisotaa dhaqee, waan Yesus tolche itti hime.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan keessaa gari gariin ammo gara Fariisotaa dhaqanii waan Yesuus godhe isaanitti himan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaan keessaa gari gariin ammoo gara Fariisotaa dhaqanii waan Yesuus godhe isaanitti himan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Tokko tokkoon isaanii garuu gara Fariisotaa dhaqanii, waan Yesus raawwate isaanitti ni himan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan keessaa gariin ammoo gara Fariisaayotaa dhaqanee waan Yesuus huje itti himane.