John 11:48 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Akkanumaan yoo isa lakkinne, nami maraa isatti hin dhugeeffata; worri Rooma'aalle dhufee Galma Waaqaa keennaa fi kolbaa teenna hin balleessa” jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo akanati lakimne, nami ch'ufti isa d'ugefata, duuba Rumiini d'ufte Mana Waaqaatiifi gosa teenna balleesiti!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yo akkanaatti lakkimne, namii cuftii isatti dhugeeffata; duuba warrii Roomaalleen dhuftee mana Waaqaatii fi gosa teennaallee balleessaa!” jette.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkanatti yoo dhiifne martinuu isatti amanan. Worri Rooma'aa dhufanii biyya teennaa fi banii keenna fudhatan» jedhan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akkanatti yoo dhiifne martinuu isatti amanan. Worri Rooma'aa dhufanii biyya teennaaf banii keenna fudhatan» jedhan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkanumaan yoo dhiifinneen naminni marrinuu isatti ni amana, worri Rooma'aa'llee dhufanii mana keenna ka waaqeffanna'aatii fi ummata keenna mara'llee, ni dhabamisiisan.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkanumaan yoo isa lakkinne, nami maraa isatti hin dhugeeffata; worri Rooma'aalle dhufee Galma Waaqaa keennaa fi kolbaa teenna hin balleessa» jedhane.