John 11:50 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
kolbaan duudiin badu'uu mannaa, nami tokko kolba'aaf du'uun isiniif woyya; isin ijjumaa tana hin hubattannuu?” isaaniin jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
aka yo nami toko biyya jed'e due, ka gochiti teenna ch'ufti imbanne ira dansa inhereddani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
fulaa gochitii teenna cuftii badduu, akka yo namii tokko gosaa jedhee du'e isiin irra dansaa hinherreddanii” warraan jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka baniin marti bade irra yoo namni tokko banii'iif du'e woyyaa akka ta'e hin yaaddanii?» jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ka baniin marti bade irra yoo namni tokko banii'iif du'e woyaa akka ta'e hin yaadanii?» jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
ummanni marri baduu irra naminni tokko waayee ummataatiif yoo du'e isiniif ka woyyu ta'uu, gonkumaa hin hubanne moo?»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
kolbaan duudiin badu'uu mannaa, nami tokko kolba'aaf du'uun isiniif woyya; isin ijjumaa tana hin hubattanuu?» isaaniin jedhe.