John 11:55 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaan Jila Irra Dabarama Yihudootaa dhikaateertiiyyu; biyya keessaa namooti hedduun jilaan dura akka aadaa dhugeeffannaa isaaniititti ifi qulqulleesu'uuf gara Yerusaalemii ol bayane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jilti Yahudi ta Pasaka jed'ani d'iaannaani, nami hedduuni lafa ch'ufaa bahe Yerusalemu d'aqe, ato jilti ingahiini, aka aada gula ufi qulqulleesani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jiltii Yihudii ta Dabarsaa jedhan dhi'aannaan, lafa cufaa keessaa namii hedduun yaa'ee adoo jilitii hinga'in akka aadaa gula ufi qulqulleesuuf, Yerusaalemiitti ol ba'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni hedduunillee uf qulqulleessu'uuf ayyaana faasika'aatiin duratti gara Yerusaalemii bayan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namoonni hedduunillee uf qulqulleessu'uuf ayyaana faasika'aatiin duratti gara Yeruusaalemii bayan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ayyaanni Yihudotaa ka Faasiika'aa dhiyaatee jira ture, namoonni baayi'een'llee Ayyaanni Faasika'aa uduu hin gayiniin duranatti, mataa isaanii qulqulleessu'uuf bakka maraa, gara Yerusaalemii ni bayan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaan Jila Irra Dabarama Yihudootaa dhikaatteertiiyyu; biyya keessaa namooti hedduun jilaan dura akka aadaa dhugeeffannaa isaaniititti ifi qulqulleessu'uuf gara Yerusaalemii ol bayane.