John 11:6 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Akka Alaazar dhibame dhage'ulle, addee jiru san guyyaa lama oole.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni fayyad'aba Lazaro d'ageennaani, fulla jiru suni guyya lama tae.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii eegii fayyadhaba Alaazaarii dhagaa'eellee fulaa jiru sun guyyaa lama taa'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haga akka inni dhibame dhagaye, hulee jiru san guyyaa lama oole.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haga akka inni dhibame dhagaye, hulee jiru san guyyaa lama oole.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ta'u'llee Alaazaar dhukkubsachuu isaa yeroo dhagayetti, bakkuma ni jira ture sanitti guyyaa lamaa ni ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka Alaazar dhibame dhage'ulle, addee jiru san guyyaa lama oole.