John 11:8 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Barattooti isaan, “Barsiisa'a, dhiyoo tana Yihudooti dhaka'aan si tumiisaaf barbaadaneeran; ati ammalle achi dhaqiisaaf yaadattaa?” jedhaneen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jari isaa waan jed'eeni, Aabbo, Yahudiini onana d'akhaani si ijeesu feete, ammalle atini achiti deebita?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jarii isaa ammoo, “Aabboo! Yihudiin onanaa dhakaan si ijjeesuu feetee, ammallee atin achiitti deebitaa?” jettee gaafate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Darasoonni isaa, «Barsiisaa'a! Yihuudonni armaan dura si dhayuu barbaadanii turan. Amma ammo achi deemtaa?» jedhaniin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Darasoonni isaa, «Barsiisaa'a, Yihuudonni armaan dura si dhayuu barbaadanii turan. Amma ammoo achi deemtaa?» jedhaniin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Barttoonni isaa'llee, «Yaa barsiisaa! Worra Yihudotaa yeroo muraasaan duranatti si woqaru'uuf ni barbaadan ture, eegaa deebitee garasi ni deemtaa ree?» jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Barattooti isaan, «Barsiisa'a, dhikoo tana Yihudooti dhaka'aan si tumiisaaf barbaadaneeran; ati ammalle achi dhaqiisaaf yaadattaa?» jedhaneen.