John 11:9 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus deebisee, “Guyyaan tokko sa'aatii kudhanii lama qabaa motii? Maarre nami guyya'aan ideemu, ifa biyya lafaa tana waan dhagguuf hin gufatu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni waan jed'e, Saatiini guyya toko kud'ani lamayu? Nami guyyaani deemu ingufatu, waan inni ifsa adu arguufi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus ammoo deebisee, “Guyyaan tokkoo saatii kudhanii lamaatiiyyuu? Namii guyyaan deemu waan ibsee aduu arguuf hingufatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuusillee deebisee, «Guyyaan tokko sa'aatii kudha lamaa mitii? Ka guyya'aan deemu ifa adunyaa tanaa waan arguuf hin gufatu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuusillee deebisee, «Guyyaan tokko sa'aatii kudha lamaa mitii? Ka guyya'aan deemu yoo jiraate, ifa adunyaa tanaa waan arguuf hin gufatu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee akkana jechu'uun isaanii ni deebise, «Guyyaa keessa yeroon jiru saa'aatii kudha lamaa mitii ree? guyya'aan ka dedeebi'u ifa biyya lafaa kanaa waan arguuf, hin gufatu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus deebisee, «Guyyaan tokko saatii kudhanii lama qabaa motii? Maarre nami guyya'aan ideemu, ifa biyya lafaa tana waan dhagguuf hin gufatu.