John 12:1 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Jila Irra Dabaramaatiif guyyaan jaan hafeeruun, Yesuus addee Alaazariin inni du'aa kaase le'u, Bitaaniyaa dhaqe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya jaa jila Pasaka durati, Yesoni Bethania d'ufe, fulla Lazaroni ka inni duisa keesaa kaase jiru.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Guyyaa ja'a Jilaa Dabarsaatiin duraatti, Yesus Bitaaniyaa, fulaa Alaazaar ka innii du'a keessaa kaase jiru dhufe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Faasikaan gayu'uuf guyyaan jahaa yoo hafu Yesuus gara Biitaaniyaa Alaazaariin inni du'aa kaase keessa jiraatuu dhufe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Faasika'aan dura guyyaa jahaffa'atti Yesuus gara Alaazaariin ka inni du'aa kaasee gara Biitaaniya'aa dhufe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ayyaannni Faasiikaa Yihudotaa kabajamu'uuf guyyaan jahaa yoo hafuun, Yesus gara Bitaaniya'aa ni deeme, Bitaaniyaa Alaazaariin Yesus du'aa isa kaaseen, ganda keessa jiraatu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jila Irra Dabaramaatiif guyyaan jaan hafeeruun, Yesuus addee Alaazariin inni du'aa kaase le'u, Bitaaniyaa dhaqe.