John 12:13 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre dameelee meexxi'ii qabattee, qoonqoo guddo'oon, “Hosaa'inaa! Mootiin Isiraa'elii ka maqaa Goottta'aatiin dhufu ka eebbifame!” jedhaa isa fudhatiisaaf baate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
damele meet'i guuratte, fuula keesa isa d'ufte, ch'aarte, waan jette Waaqa faarsa, nama maqa abbootiini d'ufu Waaqi ha eebisu! Hayyu Israeli Waaqi ha eebisu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
dameelee meexxii guurattee fuula keessa isa yaatee, caartee, “Waaqaa faarsaa! Nama maqaa abbootiin dhufu Waaqii haa eebbisuu! Hayyuu Israa'elii Waaqii haa eebbisuu!” jette.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baala meexxi'ii qabatanii simachu'uuf bayan, «Hoosaanaa! ka maqaa Goofta'aatiin dhufu Mootiin Israa'eelii ka eebbifame!» jedha'aa wocan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Baala meexxi'ii qabatanii simachu'uuf bayan, «Hoosaanaa! ka maqaa Goofta'aatiin dhufu Mootiin Israa'eelii ka eebbifame!» jedha'aa wocan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf damee baala meexxi'ii qabatanii isa simachu'uuf ni bayan, «Hosaa'inaa! Ka maqaa Goofta'aatiin dhufu, Nugufnni Israa'eelii ka eebbifame!» jedha'aa, ni iyyan ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre dameelee meexxi'ii qabattee, qoonqoo guddo'oon, «Hosaa'inaa! Mootiin Israa'elii ka maqaa Gootta'aatiin dhufu ka eebbifame!» jedhaa isa fudhatiisaaf baate.