John 12:18 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Bilbaasa kana akka inni tolche waan dhageetteertuuf gumiin isa fudhatiisaaf baate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti biyyiti fuula keesa isa yaateefi waan akheekha inni tolche d'ageeteefi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Biyyitii waan akeeka innii tolche dhageeteef fuula keessa isa yaate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu akkasuma baniin maalalee kana akka godhe waan dhagayaniif isa simachu'uuf bayan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaafuu akkasuma baniin maalalee kana akka godhe waan dhagayaniif isa simmachu'uuf bayan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Namoonni baayi'een'llee isaan wolgayu'uuf ka dhufaniif'llee, baasa kana akka taasise dhagayanii waan turaniif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bilbaasa kana akka inni tolche waan dhageetteertuuf gumiin isa fudhatiisaaf baate.