John 12:19 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Kanaaf Fariisaayoti, “Ilaala'a, nuuti womaa godhuu hin dandeenne! Kunoo, biyyi lafaa duudiin isa hordofaarti!” woliin jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Farisayooni waan woliini jette, Ilaala, aka isani woma indandeenne, biyyiti ch'ufti la isa gula yaate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan warrii Fariisotaa, “Laalaa, akka isan homaa hindandeenne, biyyitii lafaa cuftii la isa gula yaatee” waliin jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Fariisonni, «Waan tokkollee godhuu akka hin danda'amne argitanii? Kunoo adunyaan isa faanaa ka'anii deema'aaran!» woliin jedhan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaaf Fariisonni, «Waan tokkollee godhuu akka hin danda'amne argitanii? Kunoo adunyaan isa faanaa ka'anii deema'aaran!» woliin jedhan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo sanitti Fariisoonni, «Kunoo, ummanni biyya lafaa marinuu horddofeenii jiran! Nu'u womaayyuu raawwachu'uuf akka hin dandeenne, ni argitanii mitii?» woliin jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kanaaf Fariisaayoti, «Ilaala'a, nuuti womaa godhuu hin dandeenne! Kunoo, biyyi lafaa duudiin isa hordofaarti!» woliin jedhane.