John 12:2 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan achitti irbaata isaaf qopheessanee, Maartaan areerte; worra Yesuus woliin achi addee nyaataa tetee'aneeranu keessaa tokkochi Alaazar.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Achiti sagale d'aabaniifi, Marthani isa gololchite; Lazaroni Yeso woliini tae sagale nyaate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Achiitti sagalee dhaabaniifii, Maartaan isa gololchite; Alaazaar ammoo warraa Yesus waliin taa'ee sagalee nyaate keessaa nama tokko.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achitti Yesuusiif jedhanii nyaata qopheessan; Maartaanillee isa tajaajilte. Alaazaar worra nyaataaf taa'an keessa jira.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Achitti nyaata dhiyeessaniif, Maartaanillee isa tajaajilte. Alaazaarillee worra achi taa'an keessaa tokko.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Achitti'llee irbaata ni qopheessaniif, Maaritaan'llee ni tajaajilttiin turtte, Alaazaar'llee Yesusiin woliin nyaataaf dhiyaatanii worra turan keessaa, tokko ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan achitti irbaata isaaf qopheessanee, Maartaan areerte; worra Yesuus woliin achi addee nyaataa tetee'aneeranu keessaa tokkochi Alaazar.