John 12:20 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Worra yennaa jilaa waaqonfatiisaaf gara Yerusaalemii dhaqaneeranu keessaa gariin Giriikoota.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami gari ka aka Waaqa kad'atu jila d'aqe gosa Grikiiti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii garii ka akka Waaqaa kadhatu gara jilaa olyaa'e gosa Griikiiti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra gaafa ayyaanaa sagadu'uuf bayan keessaa gariin namoota Giriikiiti.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worra gaafa ayyaanaa sagaduuf bayan keessaa gariin namoota Giriikiiti.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo ayyaanaa titti'llee sagadu'uuf gara Yerusaalemii namoota deeman jiddu'uu, Giriikonni tokko tokko ni argaman ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worra yennaa jilaa waaqonfatiisaaf gara Yerusaalemii dhaqaneeranu keessaa gariin Giriikoota.