John 12:21 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan gara nama Betsayidaa Galiilaa keessa jirtuu, gara Philiphosii dhaqanee, “Gootta'a, nuuti Yesuus dhaggiisaaf barbaanna” jedhaneen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jari kunini gara Filipo d'ufe (inni nama Bethsaida ka Galilaya) isa kad'ate waan jed'eeni, Aabbo, sila Yeso argu feena.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jarii kunin Filiphos, nama Betsayidaa ka lafa Galiilaa bira dhufee kadhatee, “Aabboo, silaa Yesus arguu feenna” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan gara Beetasaayidaa Galiilaa keessa jirtuu gara nama Filiphoos jedhamuu dhaqanii, «Gooftaa'a! Yesuusiin arguu feena» jedhanii kadhataniin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaan gara Beetasayidaa Galiilaa keessa jirtuu gara nama Filiphoos jedhamuu dhaqanii, «Gooftaa'a, Yesuusiin arguu feena» jedhanii kadhataniin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan'llee Galiila'aa nama Betsayidaa gara ka ta'ee, gara Filiphosii dhiyaatanii, «Yaa Gooftaa, Yesusiin argu'uuf ni barbaanna» jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan gara nama Betsayidaa Galiilaa keessa jirtuu, gara Filiphoosii dhaqanee, «Gootta'a, nuuti Yesuus dhaggiisaaf barbaanna» jedhaneen.