John 12:23 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus deebisee, “Yennaan Ilmi Namaa ulfaatu amma geetteerti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni waan jed'eeni, Guyyaani Ilmi Nama guddinna argatu ya d'ufe.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus ammoo deebisee, “Guyyaan ilmii namaa guddinna argatu ya dhufe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuusillee akkana jedhee isaanii deebise, «Ilmi Namaa kabajjamu'uuf sa'aatiin gayeera.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuusillee akkana jedhee isaanii deebise, «Ilmi Namaa kabajjamu'uuf sa'aatiin gayeera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee akkana jechu'uun isaanii ni deebise, «Kunoo, Ilmi Namaa yeroon itti kabajamu gayee jira,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus deebisee, «Yennaan Ilmi Namaa ulfaatu amma geetteerti.