John 12:24 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ani dhugaa isinitti hima: Midhaan qamadi'ii yoo lafa bu'ee du'e malee, tokkochuma te'ee hafa. Yoo du'e ammoo, midhaan hedduu buusa.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'uguma waan anini isaniini jed'u, yo gumani dargaye toko lafa bue shame male, kobuma ufi taa, ammo yo shame biqile mid'aani heddu baasa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin dhuguma, dhugaatiin isanitti himaa, gumaan dargaayyee tokko yo lafa bu'ee shamee malee, kophuuma ufii taa'aa, ammoo yo shamee biqilee midhaan hedduu baasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dhugama dhuga'aatiin isiniin jedha, gumaan qamadi'ii lafa buutee lafa keessatti yoo hin duune hojjatti hafti. Yoo duute ammo daraaraa hedduu godhatti.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Dhugama dhuga'aatiin isiniin jedha, gumaan qamadi'ii lafa buutee lafa keessatti yoo hin duune hojjatti hafti. Yoo duute ammoo, daraaraa hedduu godhatti.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dhugaa isiniin jedha, firiin qamadi'ii lafa irra buutee yoo hin du'in adduma isi'ii titti ni hafitti, yoo duute garuu baayi'ee ni daraartti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani dhugaa isinitti hima: Midhaan qamadi'ii yoo lafa bu'ee du'e malee, tokkochuma te'ee hafa. Yoo du'e ammoo, midhaan hedduu buusa.