John 12:25 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Nami jiruu ifii jaalatu jiruu ifii hin dhaba; nami biyya lafaa tana keessatti jiruu ifii jibbu ammoo jiruu bara baraatiif isii eegata.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami lubbu ufi jaalatu ind'aba; nami lubbu ufi jibbu, lafa tana keesati, jireenna hegeritiifi lubbu ufi olkeyata.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii lubbuu ufii jaalatu hindhaba; namii lubbuu ufii jibbu, lafa tana keessatti jireenna barabaraatii fi lubbuu ufii olkeyata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka lubbuu ufii jaalatu hin balleeffata, ka adunyaa tana irratti lubbuu ufii jibbu jireenna bara baraatiif kaayata.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ka lubbuu ufii jaalatu hin balleeffata, ka adunyaa tana irratti lubbuu ufii jibbu jireenna bara baraatiif kaayata.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Lubbuu isaa ka jaalatu ni balleessaan, biyya lafaa kanatti lubbuu isaa ka jibbu garuu jireenna bara baraatiif ni eeggataan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami jiruu ifii jaalatu jiruu ifii hin dhaba; nami biyya lafaa tana keessatti jiruu ifii jibbu ammoo jiruu bara baraatiif isii eegata.