John 12:26 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nami na tajaajiluu barbaadu na hordofuu ti; tanaaf tajaajilaan kiyyalle na woliin addee ani jiru hin jiraata. Nama na tajaajilu Abbaan kiyyalle hin ulfeessa” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami sila na hojatu ha na gula d'ufu; fulla anini jiru hojattuuni tiyyaleeni jirti jira. Nama na hojatule Abbaani kiyya inguddisa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii naa hojjatuu na gula deemuu malee; fulaa anin jiru hojjattuun tiyyaalleen jirti. Nama naa hojjatuullee Abbaan kiyya inguddisa” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka naa hojjatu yoo jiraate, na faanaa haa deemuu; hulee ani jirullee hin jiraata. Ka naa hojjatu yoo jiraate Aabba hin kabajjaan.»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ka naa hojjatu yoo jiraate, na faanaa haa deemuu; hulee ani jirullee hin jiraata. Ka naa hojjatu yoo jiraate Aabba hin kabajjaan.»
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ana tajaajilu'uuf ka barbaadu ana haa horddofu, bakka ani jirutti tajaajilaan kiyya'llee achi ni ta'a, ka ana tajaajilu'llee Waaqinni Abbaan ni kabajaan.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami na tajaajiluu barbaadu na hordofuu ti; tanaaf tajaajilaan kiyyalle na woliin addee ani jiru hin jiraata. Nama na tajaajilu Abbaan kiyyalle hin ulfeessa» jedhe.