John 12:29 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Gumiin achi dhaabbattee qoonqoo tana dhageette keessaa gariin, “Wonni mandiisu'u” jette; worri kuun, “Ergamaa Waaqaatitti isatti dubbate” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gumiini ta achi ejaanjitu waan jette, Waaqi ya mandie. Ta gari, Malaikati isaani dubbate jette.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Gumiin ta achi ejaajjitu dhageennaan, “Waaqii ya mandi'e” jette. Ta garii, “Ergamaa gubbaatti isaanii dubbate” jette.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin achi dhaabatanii turan, hennaa dhagayan gigissa'a jedhan, kuuwwan maleekka'atu dubbate jedhan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Baniin achi dhaabbatanii turan, hennaa dhagayan gigissa'a jedhan, kuuwwan maleekka'atu dubbate jedhan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Namoonni achi dhaabatan jiran kana yeroo dhagayanitti, «Bakakka'a!» jedhan. Kuunniin ammoo, «Ka dubbate Maleyikka'a!» jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gumiin achi dhaabbattee qoonqoo tana dhageette keessaa gariin, «Wonni mandiisu'u» jette; worri kuun, «Ergamaa Waaqaatitti isatti dubbate» jedhe.