John 12:31 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaan biyya lafaa tanatti murantu amma; bulchaan biyya lafa tanaa Seexanni amma hin gatama.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammatana qorsumaati lafa tana jira; ammatana gudda lafa tana balleesani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammatana muraatti lafa tana jira; guddaa lafa tanaa ammatana hinballeessan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Murtiin adunyaa tanaa amma gayeera; amma bulchaan adunyaa tanaa gara alaa gatama.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Murtiin adunyaa tanaa amma gayeera, amma bulchaan adunyaa tanaa gara alaa gatama.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Biyya lafaa kun yeroon itti murtteeffamu amma, bulichaan biyya lafa kanaa sheexanni gara alaa tiit ka gatamu amma,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaan biyya lafaa tanatti murantu amma; bulchaan biyya lafa tanaa Seexanni amma hin gatama.