John 12:32 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ani Yennaa lafa tana irraa ol kaafame, nama maraa gara kiyya harkisa” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anileeni, yo lafa tana oli na fuud'ani, nama ch'ufa ufiti hirkisa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Aniilleen, yo lafa tanaa oli na fuudhan, nama cufaa ufiiti hirkisa” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani hennaa lafa irraa ol ka'e nama maraa gara kiyya harkisa.»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ani lafa irraa yoo ol ka'e nama maraa gara kiyya harkisa»
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
ani'llee arddii irraa gara olii titti yeroo ol fudhatametti, nama maraa gara kiyya ni harkisa.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani Yennaa lafa tana irraa ol kaafame, nama maraa gara kiyya harkisa» jedhe.