John 12:33 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus du'a attamii akka du'uuf jiru mudhisiisaaf tana jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti inni waan kana jed'eefi aka duisa inni duu garsiisu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii waan kana du'a akkamii akka du'u garsiisuuf jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Du'a attamii akka du'u'uuf ta'u isaanitti mudhisu'uuf kana dubbate.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Du'a attamii akka du'uuf ta'u isaanitti mudhisu'uuf kana dubbate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee kana ka dubbateef du'a attamiitiin akka du'u, yoo muldhisu ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus du'a attamii akka du'uuf jiru mudhisiisaaf tana jedhe.