John 12:37 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus addee isaan jiranutti bilbaasota kana mara hujulle, isaan isatti hin dhugeeffane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo ato inni akheekha heddu worra durati tolchele, worri isa ind'ugefanne,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Adoo Yesus akeeka hedduu warra duraatti tolcheellee, warrii isaatti hindhugeeffanne,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo inni maalalee haganaa kana afoo isaaniititti yoo godhellee,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo inni maalalee haganaa kana afoo isaaniititti yoo godhellee, raattichi Isaayyaas, «Gooftaa kiyya! Eentu ragaa keenna amane? Irreen Rabbiillee eennutti mudhate?» jedhee dubbiin dubatame akka raawwatamuuf isatti hin amanen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee baasa baayi'ee isaan duranatti yoma taasise'llee, Yihudonni isatti hin amanne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus addee isaan jiranutti bilbaasota kana mara hujulle, isaan isatti hin dhugeeffanne.