John 12:4 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Barattoota Yesuusii keessaa tokko ka te'e, Yihudaan nami biyya Keriyootii, ka isa dabarsee kennaaru,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba jara Yeso keesa, nami toko ka Yuda Iskariote jed'ani, ka isa gurguru fed'u, waan jed'eeni,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo jara Yesusii keessa, namii tokko ka Yihudaa Keriyoti jedhan, ka isa gurguruu fedhu;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo darasoota isaa keessaa ka dabarsee isa kennu'uuf ta'u Yihuudaa ilma Simoonii biyya Keriyootiitii,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo darasoota isaa keessaa ka dabarsee isa kennu'uuf ta'u, Yihuudaa biyya Asqorotuu ilma Simi'ooniiti.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Barattoota isaa keessaa tokko Yesus dabarssee ka kennu Yihudaan naminni biyya Keriyoot,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Barattoota Yesuusii keessaa tokko ka te'e, Yihudaan nami biyya Keriyootii, ka isa dabarsee kennaaru,
Recommended Reading