John 12:40 — Compare Translations
5 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
“Ilti isaanii akka hin dhaggine, gadhaan isaaniille akka hin hubanne, gara isaalle deebi'anee akka hin fayyinne, Waaqi ila isaanii jaanseera; gadha isaaniille jabeesseera jedha” jedheera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni la ila worraa duuche, qalbi worra d'owe, aka worri ila ufiitini arge, qalbi ufitiini barate, gara ingalle, aka anini worra fayyisu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Innii la ila warraa duuchee, qalbii warra dhowee, akka warrii ila ufiitiin argee, qalbii ufitiin baratee, akka anin warra fayyisu gara kiyya hindeebine” jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Ija isaaniitiin arganiitii fi onnee isaanii titti'llee hubatanii, akka hin deebinee fi akka isaan hin fayyifnneef, Waaqinni ija isaanii jaamissee jira, onnee isaan'llee jabeessee jira.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ilti isaanii akka hin dhaggine, gadhaan isaaniille akka hin hubanne, gara isaalle deebi'anee akka hin fayyine, Waaqi ila isaanii jaamseera; gadhaa isaaniille jabeesseera jedha» jedheera.