John 12:41 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isaayaas ulfinna Yesuusii waan dhaggeef tana jedhee marroo isaa dubbate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti Isayani dubbi tana jed'eefi, waan inni guddinna isaa arge waan isaa dubbateefi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii Isaayas dubbii tana jedheef, waan innii guddinna isaa argee, waan isaa dubbateef.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaayyaas waan ulfinna isaa argeef kana jedhe; waan isaallee dubbate.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaayyaas waan ulfinna isaa argeef kana jedhe, waan isaallee dubbate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaayaas kana ka jedhe, ulfinna Masihii waan argeef, kanaaf waayee Yesusiitiif kana ni dubbate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaayaas ulfinna Yesuusii waan dhaggeef tana jedhee marroo isaa dubbate.