John 12:43 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan ulfinna Waaqa irraa dhaggachuu caalaa ulfinna nama irraa dhaggachuu jaalatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi worri saadu Waaqa iraa ta namaa fed'a.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii akkanaatiif warrii ulfinna Waaqaa irraa ka namaa fedha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti kana godhaniif ulfinna Rabbii caalaa, ulfinna namaa waan jaalataniif.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ulfinna Rabbii caalaa, ulfinna namaa waan jaalataniif.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kana'llee ka raawwataniif ulfinna Waaqaa irraa argamu irra, ulfinna nama irraa argamu waan jaalataniif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan ulfinna Waaqa irraa dhaggachuu caalaa ulfinna nama irraa dhaggachuu jaalatane.