John 12:46 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ka anatti dhugeeffatu marti dukkana keessatti akka hin hanneef, ani ifa te'ee gara biyya lafaa dhufeera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini lafa tanati aka ifsa tahu d'ufe, aka nami na d'ugefatu dukana keesa inteenne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin akka namii natti dhugeeffatu dukkana keessaa hinteenne ibsee ta'ee lafa tanaatti dhufe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka natti amanu maruu dukkana keessa akka hin jiraanne ani ifa ta'ee gara adunya'aa dhufeera.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanatti amanu maruu dukkana keessa akka hin jiraanne ani ifa ta'ee gara adunya'aa dhufeera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
ka anatti amanu marrinuu dukkana keessa akka hin jiraanneef, ani ifa ta'ee gara biyya lafaa dhufee jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ka natti dhugeeffatu marti dukkana keessatti akka hin hanneef, ani ifa te'ee gara biyya lafaa dhufeera.