John 12:50 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ajaji isaa kun gara jiruu bara baraa akka geessu ani hin beeka. Maarre wonni ani dubbadhu, waan akka ani dubbadhuuf Abbaan anatti hime” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle aka seeri isaa jireenna hegeri namaa kennu imbeekha. Wonti anini dubbad'u kuni waan Aabbooni, Dubbad'u naani jed'e.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammallee akka seerii isaa jireenna barabaraa namaa kennu hinbeeka. Wantii anin dubbadhu kun waan Aabboon, ‘Dubbadhuu’ naan jedhe” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ajanyillee jireenna bara baraa akka taate hin beeka. Kanaaf ani ka dubbadhu akka Abbaan natti himetti dubbadha» jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ajanyillee jireenna bara baraa akka taate hin beeka. Kanaaf ani ka dubbadhu akka Abbaan natti himetti dubbadha» jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ajajinni isaa'llee jireenna bara baraa akka ta'e ni beeka. Kanaaf ani ka dubbadhu, waan Waaqinni Abbaan natti hime.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ajaji isaa kun gara jiruu bara baraa akka geessu ani hin beeka. Maarre wonni ani dubbadhu, waan akka ani dubbadhuuf Abbaan natti hime» jedhe.