John 12:7 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus ammoo, “Isiin guyyaa awwaala kiyyaatiif qophii goote waan te'eef, isii dhiisa'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yeso waan jed'e, Isi lakisi, isiini waan kana ha haga na awaalaniti olkeetuuti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus, “Isii lakkisi! Isiin waan kana ha haga na awwaalaniitti olkeettuuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus, «Guyyaa awwaala kiyyaatiif waan qopheessiteef isii dhiisaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuusillee, «Guyyaa awwaala kiyyaatiif waan qopheessiteef isii dhiisaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus akkana ni jedhe, «Guyyaa itti awwaalamuuf qophii raawwatte waan ta'eef dhiisa'aanii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus ammoo, «Isiin guyyaa awwaala kiyyaatiif qophii goote waan te'eef, isii dhiisa'a.