John 12:8 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Namooti Hiyyeeyyiin yennaa maraa isin woliin jiran, ani ammoo yennaa maraa isin woliin hin jiraadhu” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hiyyeeyi guyya ch'ufa wolumaani jirtani, ammo anini guyya ch'ufa isani woliini injiru.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Hiyyeeyyi guyyaa cufaa walumaan jirtan, anin ammoo guyyaa cufaa isan waliin hinjiru” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hiyyeeyyiin hennaa maraa waan isin woliin jiraataniif ani ammo hennaa mara isin woliin hin jiraadhu» jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hiyyeeyyiin hennaa maraa waan isin woliin jiraataniif ani ammoo hennaa mara isin woliin hin jiraadhu» jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Hiyyeesonni yeroo maraa isinuma woliin jiran, ani garuu yeroo mara isin woliin hin ta'u» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namooti Hiyyeeyyiin yennaa maraa isin woliin jiran, ani ammoo yennaa maraa isin woliin hin jiraadhu» jedhe.