John 13:11 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus duraanuu ka isa dabarsee kennu waan beekeeruuf, “Isin marti qulqullu'uu moti” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti inni akana jed'eefi, inni nama isa gurguru imbeekha; tanaafi inni, Isani ch'ufti qulqullo, toko male jed'e.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii waan nama isa gurguru beekuuf, tanaaf, “Isan cuftii qulqulloo tokko malee” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka dabarsee isa kennu waan beekuuf kanaafuu, «Isin marti qulqullootaa miti» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ka dabarsee isa kennu waan beekuuf; kanaafuu, «Isin marti qulqullootaa miti» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus, «Isin marrinuu Qulqullu'uu miti» ka jedhe, ka dabarssee isa kennu eennuun akka ta'e, ni beeka waan tureef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus duraanuu ka isa dabarsee kennu waan beekeeruuf, «Isin marti qulqullu'uu moti» jedhe.