John 13:15 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Akkuma ani isiniif godhe isinille akka gootanu, fakkeenna isinii te'eera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini ya akheekha isanii kenne aka isanileeni waan anini isani tolche tolchitani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin ya akka isaniilleen waan anin isanii tolche tolchitan akeeka isanii kenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma ani isinii godhe isinillee akkasuma akka gootaniif fakkeenna isinii kenneera.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akkuma ani isinii godhe isinillee akkasuma akka gootaniif fakkeenna isinii kenneera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ani isiniif akkuma raawwadhe isin'llee akka raawwattaniif, fakkeenna isinii kennee jira.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma ani isiniif godhe isinille akka gootanu, fakkeenna isinii te'eera.