John 13:16 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ani dhugaa isinitti hima: Garbichi goottaa ifii hin caalu, ergantichille ka isa erge hin caalu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'uguma, waan anini isaniini jed'u, Tisseeni abba ufi ira injirtu, yokhaani ergattuuni nama isii ergate ira injirtu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin dhuguma, dhugaatiin isanitti himaa, hojjataan nama isa hojjachiifatu irra hinjiru, yokaan ergamaan nama isa ergate irra hinjiru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani dhugama dhuga'aatiin isiniin jedha garbichi Gooftaa ufii hin caalu ergamaanillee ka isa erge hin caalu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ani dhugama dhuga'aatiin isiniin jedha garbichi Gooftaa isaa hin caalu ergamaanillee ka isa erge hin caalu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dhugaa isiniin jedha, tajaajilaan Gooftaa isaa hin caalu, ergamaan'llee ka isa erge hin caalu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani dhugaa isinitti hima: Garbichi goottaa ifii hin caalu, ergantichille ka isa erge hin caalu.