John 13:17 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isin dhugaa tana beettanee, hujii irra yoo oolchitane ka badhaatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo isani waan kana beetani tolchitani, ayyaana keesani!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Isan yo waan kana beettanii tolchitan, kaayoon teessani!” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoo beettanii kana gootan isin worra eebbifame.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Beetanii kana yoo gootan isin worra eebbifame.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waan kana uduu beekittanii fi hujii irra uduu oolichitaniinii, isin ka eebbifamttan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin dhugaa tana beettanee, hujii irra yoo oolchitane ka badhaatane.