John 13:2 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuusii fi barattooti isaa irbaata irra jiraniiyyu. Seexanni duraanuu Yihudaan ilma Simoonii ka nama biyya Keriyootii, akka Yesuus dabarsee kennuuf, yaada isa keessa keyeera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Sheet'ani layu Yuda Iskariote, ilma Simoni, keesa seene, aka inni Yeso gurguru heresiise. Eegi worri sagale nyaataa tatae,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yo Warrii sagalee nyaatee tataa'ee sheexanii laayyuu Yihudaa ka Keriyoti jedhan, ka ilma Simoonii keessa seenee akka innii Yesus gurguru herresiise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Uduu hurbaata nyaata'aaran daabiloos onnee Yihuudaa ilma Simoonii biyya Keriyootii keessa akka inni dabarsee Isa kennu yaada hamaa kaaye.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Uduu hurbaataa nyaata'aaran daabiloos onnee Yihuudaa ilma Simoon ka biyya Asqorootu'uu akka inni dabarsee isa kennu haga hubateen maayii,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesusii fi barattoonni isaa'llee irbaata ni nyaatan ture, Ilmi Simoonii Yihudaan naminni biyya Keriyootii garuu Yesusiin dabarssee kennu'uuf, seexanni onnee isaa keessa yaada hamaa ni buliche.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuusii fi barattooti isaa irbaata irra jiraniiyyu. Seexanni duraanuu Yihudaan ilma Simoonii ka nama biyya Keriyootii, akka Yesuus dabarsee kennuuf, yaada isa keessa keyeera.