John 13:21 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus tana dubbateeruun duuba, yaada ifiitiin rakkatee, “Ani dhugaa isinitti hima: Isin keessaa tokkochi dabarsee ana hin kenna” jedhee ifa tolchee dubbate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan kana jennaani Yesoni guddo lalefate, diideese hime waan jed'e, D'uguma, waan anini isaniini jed'u, Isani keesa, nami toko na gurgurata.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus eegii waan kana dubbatee guddoo laaleffatee, diideesee himee, “Dhuguma, dhugaatiin waan anin isanitti himuu, isan keessaa, namii tokko na gurgurata” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus kana jedhee keessi isaa raafamee, «Dhugama dhuga'atiin isiniin jedha, isin keessaa tokko dabarsee na kenna» jedhee rage.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus kana jedhee keessi isaa raafamee, «Dhugama dhuga'atiin isiniin jedha, isin keessaa tokko dabarsee na kenna» jedhee rage.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus kana eega jedheen duubatti hafuura isaatiin sarddameeti, dhugaa isiniin jedha, isin keessaa tokko dabarssee ana ni kenna jechu'uun, ibisee ni dubbate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus tana dubbateeruun duuba, yaada ifiitiin rakkatee, «Ani dhugaa isinitti hima: Isin keessaa tokkochi dabarsee na hin kenna» jedhee ifa tolchee dubbate.