John 13:23 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Barattoota keessaa tokko, ka Yesuus isa jaalatu, Yesuusitti aanee tee'eeraayyu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jara isaa keesa nami toko, ka Yesoni jaalate, bobaa Yesoti hirkate tau jira.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jara isaa keessaa namii tokko, ka Yesus jaalate, bobaa Yesusiitti hirkatee taa'uu jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Darasoota keessaa ka Yesuus jaalatu ka qoma Yesuusiititti siqeeru,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Darasoota keessaa ka Yesuus jaalatu ka qoma Yesuusiititti siqeeru,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus ni jaalataan ka ture, barattoota isaa keessaa tokko isa biraan taa'ee jira ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Barattoota keessaa tokko, ka Yesuus isa jaalatu, Yesuusitti aanee tee'eeraayyu.