John 13:28 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Worra irbaata irra jiru san keessaa Yesuus maaf tana akka isaan jedhe nami tokkolle ka beeke hin jiru.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami achi tau tokoleeni waan inni akasi jed'eefi imbeenne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii achi taa'uu tokkolleen waan innii akkasi jedheef hinbeenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo worra taa'an keessaa maaf akka kana jedhe eennullee hin hubanne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo worra taa'an keessaa maaf akka kana jedhe eennullee hin hubanne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus waayee maali'iitiif kana akka jedhe worra nyaataaf taa'an keessaa eennu'llee ka galeef hin jiru.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worra irbaata irra jiru san keessaa Yesuus maaf tana akka isaan jedhe nami tokkolle ka beeke hin jiru.