John 13:3 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus akka Abbaan baallii guutuu isaa kenneeru beeke; akka Waaqa biraa dhufee fi gara Waaqaalle akka deemu beeke.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni aka Abbaani waan ch'ufa harka isaa keesa kaye, ammalle aka inni gara Waaqaati bahe Waaqati deebiu beennaani,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus akka Abbaan waan cufaa harka isaa keessa kaa'e, ammallee akka ufiillee gara Waaqaatii dhufee, gara Waaqaatti deebi'u beennaan,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus Aabbaan maraa harka isaatitti dabarsee akka kenne Rabbiin biraallee akkuma baye, gara Rabbiillee akka deemu beekee,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus Aabbaan maraa harka isaatitti dabarsee akka kenne Rabbiin biraallee akkuma baye, gara Rabbiillee akka deemu beekee,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waaqinni Abbaan aangoo mara akka isaa kennee fi Waaqa biraa bayee akka dhufe, gara Waaqaa'llee akka deemu Yesus ni beeka ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus akka Abbaan baallii guutuu isaa kenneeru beeke; akka Waaqa biraa dhufee fi gara Waaqaalle akka deemu beeke.