John 13:30 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yihudaan cassaa daabbo'oo fudhatee yoosuma gad baye. Yennaan sun halkan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani inni qit'a suni fud'annaani hojuma suni alati bahe. Yo suni lafti halkani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan innii qixxaa sun fudhannaan yoma sun alaatti ba'e. Yo sun laftii halkaan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni kutaa san haga fudhateen maayii yoosuu baye; hennaan sun halkan ture.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Innillee kutaa san haga fudhateen maayii yoosuu baye, hennaanillee halkan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yihudaan'llee akkuma fuudhaa fudhateen bakkumatti bayee ni lixe, yeroon'llee halkan ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yihudaan cassaa daabbo'oo fudhatee yoosuma gad baye. Yennaan sun halkan.