John 13:31 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yihudaan gad bayeen duuba, Yesuus, “Ilmi Namaa amma ulfaateera; Waaqille isaan ulfaateera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yudani bannaani Yesoni waan jed'e, Amma guddinni Ilma Nama la mullate, guddinni Waaqaleeni la isa keesa mullate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yihudaan baanaan Yesus, “Amma guddinnii ilma namaa la mullate, guddinnii Waaqaalleen la isa keessaan mullate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haga bayeen maayessa Yesuus akkana jedhe, «Amma Ilmi Namaa ulfaateera; Rabbillee waan isaatiif ulfaateera.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haga bayeen maayessa Yesuus akkana jedhe, «Amma Ilmi Namaa ulfaateera; Rabbillee waan isaatiif ulfaateera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eega Yihudaan bayee deemeen duubatti Yesus akkana ni jedhe, «Amma Ilmi Namaa ulffaatee jira, karaa isaatiin'llee Waaqinni ulffaatee jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yihudaan gad bayeen duuba, Yesuus, «Ilmi Namaa amma ulfaateera; Waaqille isaan ulfaateera.