John 13:34 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ani ajaja haareya isinii kenna: Wol jaaladha'a. Akka ani isin jaaladhe, isinille wol jaaladha'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Seera haraa isanii kenna, Woljaalad'a; akuma anini isani jaalad'e, isanileeni akasi woljaalad'a.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Seera haaraa isanii kennaa, akkuma anin isan jaaladhee, isaniilleen akkasuma waljaaladhaa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka wol jaalattan, akkuma anillee isin jaaladhe, isinillee akkasuma akka wol jaalattan ajaja haarawa isinii kenna.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akka wol jaalattan, akkuma anillee isin jaaladhe, isinillee akkasuma akka wol jaalattan ajaja haarawa isinii kenna.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ufii keessan akka wol jaalattaniif ajaja haarawa isinii ni kenna, akkuma ani isin jaaladhetti, ufii keessanii'llee wol jaaladhaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani ajaja haareya isinii kenna: Wol jaaladha'a. Akka ani isin jaaladhe, isinille wol jaaladha'a.