John 13:4 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre inni irbaata irraa ka'ee, woyaa lafa keyatee, fooxaa ittiin haxowanu hidha ifiititti marate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
sagale ira olkae, woya ufi lafa kaye, woya diqo toko mart'ifate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
sagalee irraa olka'ee, wayaa ufii lafa ka'ee, wayaa diqqoo tokko marxifate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nyaata irraa ka'ee uffata ufii lafa kaayatee carqii ittiin luka gossu fuudhee mudhi'itti hidhatee,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Nyaata irraa ka'ee uffata ufii lafa kaayatee carqii ittin luka gossu fuudhee mudhi'itti hidhatee.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf bakka nyaataatii ka'ee uffata isaa lafa ni kaaye, subbee ittiin sukkuumu'llee fudhee hidha isaa titti ni hidhate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre inni irbaata irraa ka'ee, woyaa lafa keyatee, fooxaa ittiin haxowanu hidha ifiititti marate.