John 13:6 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Simoon Pheexroos bira geyee jennaan, Simoon Pheexroos, “Gootta'a, sitti miila kiyya dhiqaa?” jedheen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni fulla Simoni Petro gahe jennaani Petroni, Aabbo, atini miila na d'it'a? jed'e gaafate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii fulaa Simoon Phexros ga'ee jennaan Phexros, “Aabboo, atin miila naa dhixaa?” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gara Simoon Pheexroosii dhufee inni isaan, «Gooftaa'a! luka tiyya dhixxaa?» jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Gara Simoon Pheexroosii dhufee, innillee, «Gooftaa'a! luka kiyya dhixxaa?» jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus gara Simoon Phexirosii yeroo dhufetti'llee Simoon Phexiros, «Yaa Gooftaa! Ati miila kiyya ni miicca ree»? jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Simoon Pheexroos bira geyee jennaan, Simoon Pheexroos, «Gootta'a, sitti miila kiyya dhiqaa?» jedheen.