John 13:8 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Pheexroos deebisee, “Ati ijjumaa miila kiyya hin dhixxu!” jedheen. Yesuus deebisee, “Yoo ani miila keeti hin dhiqin, na biraa qooda hin qaddu” jedheen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Petroni waan jed'eeni, Haga jiru jireennale na ind'it'u! Yesoni waan jed'eeni, Yo anini si d'iqu d'ibaad'e, atini woma nara inqabdu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Phexros, “Haga jiruu jireennaallee miila naa hindhixxu!” jedheen. Jennaan Yesus, “Yo anin sii dhiquu baadhee, atin homaa na biraa hinqabdu” jedhee deebiseef.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Pheexroosillee, «Luka tiyya baraa haga bara baraa hin dhixxu» jedheen. Yesuusillee, «Yoo si dhiqe malee na woliin hiree hin qabdu» jedhee deebiseef.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Pheexroosillee, «Luka tiyya baraa haga bara baraa hin dhixxu» jedheen. Yesuusillee, «Yoo si dhiqe malee, na woliin hiree hin qabdu» jedhee deebiseef.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Phexiros'llee, «Ati gonkumaa miila kiyya hin miicu!» jedheen. Yesus'llee, «Ani miila kee miicuu yoo dhabaadhe ati ana biraa gayaa hin qabddu» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Pheexroos deebisee, «Ati ijjumaa miila kiyya hin dhixxu!» jedheen. Yesuus deebisee, «Yoo ani miila keeti hin dhiqin, na biraa qooda hin qaddu» jedheen.