John 14:1 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus barattoota ifiitiin, “Gadhaan keessan hin raafamin, Waaqatti dhugeeffadha'a; analle'etti dhugeeffadha'a!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Garaa keesani keesa ingaargaliina. Waaqa d'ugefad'a, akasuma nale d'ugefad'a.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Garaan keessan hin raafamin, Waaqaatti dhugeeffadhaa; akkasuma nallee dhugeeffadhaa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus itti aansee darasoota ufiitiin, «Garaan keessan hin raafamin; Rabbitti amanaa'a; nattillee ammo amanaa'a!
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Garaan keessan hin raafamin, Rabbitti amanaa'a; nattillee ammoo amanaa'a!
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Itti aansee'llee Yesus akkana ni jedhe, «Onneen keessan hin sarddamin, Waaqatti amanaa, anatti'llee amanaa,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus barattoota ifiitiin, «Gadhaan keessan hin raafamin, Waaqatti dhugeeffadha'a; analle'etti dhugeeffadha'a!