John 14:11 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ani Abba'aan, Abbaalle anaan akka jiru yennaa ani dubbadhe ana dhugeeffadha'a. Yookiin sababa waan Ani hujeetiif anatti dhugeeffadha'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aka anini Abba keesa jiru, ammalle aka Abbaani na keesa jiru, d'ugefad'a; yo akasi ind'ugefanne, maruma hujitiifi na d'ugefad'a.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akka anin Abbaa keessa jiru, ammallee akka Abbaan na keessa jiru, dhugeeffadhaa! yo akkasi hindhugeeffannee, marruma hujiitiif na dhugeeffadhaa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani akka Aabbaan keessa jiru; Aabballee akka na keessa jiru na amanaa'a; yoo ta'uu dhabaatellee waan hujii isaatiif na amanaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ani akka Aabbaan keessa jiru Aabballee akka na keessa jiru na amanaa yoo ta'uu dhabaatellee waan hujii isaatiif na amanaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ani Waaqa Abbaa keessa akkuma jiru, Waaqinni Abbaan'llee ana keessa akka jiru amanaa, yoo ta'uu dhabaate sababaa hujiiwwan kiyyaatiin ana amanaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani Abba'aan, Abbaalle anaan akka jiru yennaa ani dubbadhe na dhugeeffadha'a. Yookiin sababa waan Ani hujeetiif natti dhugeeffadha'a.