John 14:13 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Abbaan karaa Ilmaatiin akka ulfaatuuf, waan isin maqaa kiyyaan kadhattane mara, ani hin godha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan isani maqa kiyyaani kad'atani ch'ufa ani intolcha, aka guddinni Abbaa Ilma keesaa mullatu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akka guddinnii Abbaa ilma keessatti mullatu waan isan maqaa kiyyaan kadhattan cufaa ani intolcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani gara Aabbaa waan deemuuf, Aabballee waan Ilmaatiin akka kabajjamu waan maqaa kiyyaan kadhattan maraa hin godha.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ani gara Aabbaa waan deemuuf, Aabballee waan Ilmaatiin akka kabajjamu waan maqaa kiyyaan kadhattan maraa hin godha.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waaqinni Abbaan waayee Ilmaatiin akka kabajamu, waan maqaa kiyyaan kadhattan maraa isinii ni raawwadha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abbaan karaa Ilmaatiin akka ulfaatuuf, waan isin maqaa kiyyaan gaafattane mara, ani hin godha.