John 14:15 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus deebisee, “Isin yoo ana jaallattane, ajaja kiyya hin eeggattan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo na jaalatani, seera kiyya inguutani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Yo na jaalattan, seera kiyya inguuttani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoo na jaalattan ajaja kiyya eegaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yoo na jaalattan ajaja kiyya eegaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Ka ana jaalattan yoo taate ajaja kiyya eegaa,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus deebisee, «Isin yoo na jaalattane, ajaja kiyya hin eeggattan.